Oolmaa Daa’immanii (Kindergarten) - Afaan Oromoo (Oromo)

Mul'ata guddaa akka qabaniif, ijoolleen keenya jireenya isaanii keessatti jalqabbii gaarii isaan barbaachisa. Kanaafidha kan Mootummaan Victoria:

  • Bara 2023 irraa eegalee guutuu bulchiinsichaatti Oolmaa daa’immanii Waggaa-Sadii-fi-Afurii bilisa taasisu
  • Warroota waggaa-afuriitiif wagga haaraa qophii-dursaa kennuu
  • Waggoota kurnee keessatti wiirtuuwwan kunuunsa daa’immanii kan mootummaa ta’an 50 hundeessuu.

Kunis dabalataan Oolmaa Daa’imanii Waggaa-Sadii jalqabsiisuu irratti dha.

Updated