Akeekkachiisa qabiyyee
Odeeffannoon kun waa’ee miidhaa saalaa daa’ima irratti raawwatame dha.
Namni Point Cook irraa dhufe tokko miidhaa saalaa hedduu raawwateera jedhame himatamee to'annoo jala ooleera.
Yakkoonni jedhaman kun kan raawwataman Giddugala Barnoota Jalqabaa Creative Gardens kan Point Cook keessatti.
Namichi kun giddugala kunuunsa daa'immanii naannoo magaalota biroo keessattis hojjetee jira. Daa’imman tokko tokko dhukkuba daddarboo akka qabaatan qorachuun isaan barbaachisuu mala.
Tarree wiirtuuwwan kunuunsa daa’immanii
Suburb | Service Centre Name | Dates |
---|---|---|
Braybrook | Milestones Early Learning | 4 December 2024 6 December 2024 |
Bundoora | Milestones Early Learning – | 8 May 2025 |
Essendon | Papilio Early Learning | 20 August 2024 to 9 May 2025 |
Footscray | D.O.T.S Occupational Therapy for Children | 18 March 2024 to 18 April 2024 |
Greensborough | Milestones Early Learning | 5 December 2024 31 January 2025 27 February 2025 |
Hoppers Crossing | Milestones Early Learning | 19 August 2024 2 September 2024 4 September 2024 6 September 2024 9 September 2024 10 September 2024 30 September 2024 21 October 2024 |
Hoppers Crossing | Papilio Early Learning | New information confirms alleged offender did not work at this centre |
Keilor | Aussie Kindies Early Learning | 25 September 2024 20 November 2024 3 February 2025 4 February 2025 7 February 2025 11 February 2025 |
Kensington | Kids Academy | 7 October 2024 to 9 October 2024 |
Leopold | Leopold World of Learning | 9 February 2023 to 13 February 2023 |
Melton | Kids Academy | 12 September 2024 16 September 2024 |
Mickleham | Kids Academy Waratah Estate | 29 August 2024 |
Point Cook | Creative Garden | 28 October 2021 to 2 February 2024 |
Point Cook | Explorers Early Learning | 6 August 2019 to 14 October 2019 4 November 2019 to 9 November 2019 17 December 2019 |
Point Cook | Greenwood | 14 February 2023 to 10 March 2023 |
Point Cook | Nino Early Learning Adventures | 15 January 2017 to 9 June 2019 |
Point Cook | Point Cook World of Learning | 24 August 2023 |
Sanctuary Lakes | Wallaby Childcare Centre | 13 April 2021 to 25 May 2021 |
Sunbury | Aussie Kindies Early Learning | 21 August 2024 24 September 2024 15 January 2025 |
Tarneit | Milestones Early Learning | 10 September 2024 13 September 2024 |
Werribee | Little Blossoms Child Care Centre | 14 August 2023 to 17 August 2023 |
Werribee | Milestones Early Learning | 14 August 2024 to 16 August 2024 |
Werribee | Nido Early Learning School | 21 June 2021 to 14 July 2021 |
Williamstown | Only About Children | 28 October 2020 to 29 March 2021 |
Wyndham Vale | Adventurers Education | 25 November 2019 to 29 June 2020 |
Tarreen wiirtuuwwan kunuunsa daa’immanii kun jijjiiramuu danda’a. Fuulli kun yeroo odeeffannoon dabalataa argamutti kan fooyya'u ta'a.
Waan gochuu qabdan
Guyyoota tarreeffaman irratti daa’imni keessan iddoo jedhaman kana keessa iddoo tokko yoo ture, isin qunnamna. Maatiin miidhaa isaan irraa gahe gargaarsa argachaa jiru. Nama afaan hiikuu gaafachuu dandeessu.
Akkasumas sarara bilbilaa keenya 1800 791 241 irratti bilbiluu dandeessu
Yeroo sararri bilbilaa banaa ta'u
- Wixataa – Jimaata: 8 am – 9 pm
- Sanbata – Dilbata: 8 am – 5 pm
Yeroo toora bilbilaa kana irratti bilbiltan nama afaan hiiku gaafachuu dandeessu.
Odeeffannoo dabalataa yoo barbaaddan
Qorannoo taateewwan wiirtuuwwan kunuunsa daa’immanii keessatti raawwataman dawwadha
Updated