Mul'ata guddaa akka qabaniif, ijoolleen keenya jireenya isaanii keessatti jalqabbii gaarii isaan barbaachisa. Kanaafidha kan Mootummaan Victoria:
- Bara 2023 irraa eegalee guutuu bulchiinsichaatti Oolmaa daa’immanii Waggaa-Sadii-fi-Afurii bilisa taasisu
- Warroota waggaa-afuriitiif wagga haaraa qophii-dursaa kennuu
- Waggoota kurnee keessatti wiirtuuwwan kunuunsa daa’immanii kan mootummaa ta’an 50 hundeessuu.
Kunis dabalataan Oolmaa Daa’imanii Waggaa-Sadii jalqabsiisuu irratti dha.
Reviewed 22 September 2023